Skip to content
Dawoo Muslimaa Żikriiwwan Qur'aanaa fi Hadiisaa irraa

Dawoo Muslimaa Żikriiwwan Qur'aanaa fi Hadiisaa irraa

Kitaabichi żikriiwwan Qur'aanaa fi Hadiisa irraa ta'an walitti qaba; Sababni isaas yeroolee fi haalota adda addaa keessatti irra deddeebi'anii ishee dubbisuu salphisuuf jecha, Akkasumas kitaabichi du'aa'ii hirribaa dammaquu, wuduu'aa, salaataa, imalaa fi wantoota muslimni of tiksuu irratti gargaaran irraa kan biroos ni hammata; Sababni isaas muslimni eegumsa fi kunuunsa Rabbii keessatti akka ta'uuf jecha.

0%
Font size