Sun sheyxaana “Khinzab” jedhamu, Yeroo wanti akkasii sitti dhaga’ame, Rabbitti irraa maganfadhuu, gara bitaa kee irratti yeroo sadii tufi
Usmaan bin Abil Aas irraa odeeffamee, Rabbiin irraa haa jaallatu:
Inni gara Nabiyyitti dhufee, nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu, akkana jedhe: Yaa Ergamaa Rabbii, dhugumatti sheyxaanni anaa fi salaata koo fi qiraatii koo gidduu galee na irratti isii wal fakkeessaa jira. Ergamaan Rabbiitis -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan: "Sun sheyxaana “Khinzab” jedhamu, Yeroo wanti akkasii sitti dhaga’ame, Rabbitti irraa maganfadhuu, gara bitaa kee irratti yeroo sadii tufi". ni jedhe: ani akkas godhee, Rabbiin isa narraa kaase.
أنه أَتَى النَّبِيَّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ فَقَالَ: يَا رَسُولَ اللهِ، إِنَّ الشَّيْطَانَ قَدْ حَالَ بَيْنِي وَبَيْنَ صَلَاتِي وَقِرَاءَتِي يَلْبِسُهَا عَلَيَّ، فَقَالَ رَسُولُ اللهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ: «ذَاكَ شَيْطَانٌ يُقَالُ لَهُ خِنْزَِبٌ، فَإِذَا أَحْسَسْتَهُ فَتَعَوَّذْ بِاللهِ مِنْهُ، وَاتْفُلْ عَلَى يَسَارِكَ ثَلَاثًا»، قَالَ: فَفَعَلْتُ ذَلِكَ فَأَذْهَبَهُ اللهُ عَنِّي.
Usmaan bin Abii Al-Aas Rabbiin irraa haa jaallatu, gara Nabiyyitti dhufee, nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu, akkana jedhe: Yaa Ergamaa Rabbii, sheyxaanni anaa fi salaata koo gidduu galee, khushuu'a isii keessatti na dhoorgeera, akkasumas qiraatii kiyya na irratti walitti laaqee akkan shakku na taasiseera. Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhaniin: Sun sheyxaana Khinzab jedhamu waan ta’eef, waan akkasii yoo argite, yoo sitti dhaga’ame, Rabbitti tikfima barbaadi, Rabbitti irraa maganfadhu, bitaa keetiin yeroo sadii tuftoo xiqqoo tufi, usmaanis akkas jedhe: waan Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- itti na ajajan hojjedhee Rabbiin wanta san na irraa deemsise.
...:
Salaata keessatti barbaachisummaa khushuu'a fi dhufinsi qalbii qabuudha, akkasumas Shexaanni burjaajessuu fi nama shakkisiisuu keessatti akka carraaquudha.
Shexaanni yeroo salaata keessatti nama waswaasu, yeroo sadii gara bitaatti tufuudhaan wajjiin isa irraa maganfachuun jaalatamaa ta'uudha.
Sahaabaan, Rabbiin isaan irraa haa jaallatu, rakkina isaan mudatu ilaalchisee, akka isaan isaaniif furaniif jecha, Nabiyyiitti , nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu, deebi'anii gaafachuun itti fayyadamaa akka turan ibsuudha.
Jireenya qalbii sahaabaa fi yaaddoon isaanii Aakhiraa akka ta'eedha.
Sahiiha Muslim (4/ 1728) (2203).
Dabalata (3)
إكمال المعلم (7/110).
شرح النّووي على مسلم (14/190).
البحر المحيط الثجاج في شرح صحيح الإمام مسلم بن الحجاج (36/ 136).
Cited in books
9 BooksDabalata (9)
- الذكر والدعاء والعلاج بالرقي من الكتاب والسنة"ذلك شيطانٌ يقال له خنْزبٌ، فإذا أحسسته فتعوذ بالله منه، واتفل عن يسارك ثلاثاً" .
- الذكر والدعاء والعلاج بالرقي من الكتاب والسنة"قلت يا رسول الله إن الشيطان قد حال بيني وبين صلاتي، وقراءَتي يلبسهَا عليَّ. فقال رسول الله - صلى الله عليه وسلم -: "ذاك شيطانٌ يقَال لَه خنزب، فإذا أحسسته فتعوذ بالله منه. واتفل على يسارك ثلاثاً" قال: ففعلت ذلك فأذهبه الله عني" .
- الصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهمالصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهم«ذَاكَ شَيْطَانٌ يُقَالُ لَهُ خَنْزَبٌ، فَإِذَا أَحْسَسْتَهُ فَتَعَوَّذْ بِاللهِ مِنْهُ، وَاتْفِلْ عَلَى يَسَارِكَ ثَلَاثًا» قَالَ: فَفَعَلْتُ ذَلِكَ فَأَذْهَبَهُ اللهُ عَنِّي[179].
- الصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهمالصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهميَا رَسُولَ اللهِ إِنَّ الشَّيْطَانَ قَدْ حَالَ بَيْنِي وَبَيْنَ صَلَاتِي وَقِرَاءَتِي يَلْبِسُهَا عَلَيَّ، فَقَالَ رَسُولُ اللهِ ﷺ: «ذَاكَ شَيْطَانٌ يُقَالُ لَهُ خَنْزَبٌ، فَإِذَا أَحْسَسْتَهُ فَتَعَوَّذْ بِاللهِ مِنْهُ، وَاتْفِلْ عَلَى يَ
- الصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهم«ذَاكَ شَيْطَانٌ يُقَالُ لَهُ خِنْزَبٌ، فَإِذَا أَحْسَسْتَهُ فَتَعَوَّذْ بِاللهِ مِنْهُ، وَاتْفِلْ عَلَى يَسَارِكَ ثَلَاثًا» قَالَ: فَفَعَلْتُ ذَلِكَ فَأَذْهَبَهُ اللهُ عَنِّي[179].
- الصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهميَا رَسُولَ اللهِ إِنَّ الشَّيْطَانَ قَدْ حَالَ بَيْنِي وَبَيْنَ صَلَاتِي وَقِرَاءَتِي يَلْبِسُهَا عَلَيَّ، فَقَالَ رَسُولُ اللهِ ﷺ: «ذَاكَ شَيْطَانٌ يُقَالُ لَهُ خِنْزَبٌ، فَإِذَا أَحْسَسْتَهُ فَتَعَوَّذْ بِاللهِ مِنْهُ، وَاتْفِلْ عَلَى يَ
- حصن المسلم من أذكار الكتاب والسنةحصن المسلموَاتْفُلْ عَلَى يَسَارِكَ (ثَلاثًا)»[179].
- خطب تعظيم قدر الصلاة"ذاك شيطان يقال له خنزب"
- موسوعة الإيمان«ذَاكَ شَيْطَانٌ يُقَالُ لَهُ خِنْزَبٌ، فَإِذَا أَحْسَسْتَهُ فَتَعَوَّذْ بِاللهِ مِنْهُ، وَاتْفِلْ عَلَى يَسَارِكَ ثَلَاثًا». قَالَ: فَفَعَلْتُ ذَلِكَ، فَأَذْهَبَهُ اللهُ عَنِّي.