«Ani akkana jechuutu: Subhaanallaah, walhamdulillaah, wa Laa Ilaaha Illallaah, Wallaahu Akbar, waan aduun irratti baate irra ana biratti irra jaallatamaadha».
Abuu Hurayraa irraa akka odeeffametti -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahamataa fi nageenya isa irratti haa buusu- ni jedhan:
«Ani akkana jechuutu: Subhaanallaah, walhamdulillaah, wa Laa Ilaaha Illallaah, Wallaahu Akbar, waan aduun irratti baate irra ana biratti irra jaallatamaadha».
«لَأَنْ أَقُولَ: سُبْحَانَ اللهِ، وَالْحَمْدُ لِلهِ، وَلَا إِلَهَ إِلَّا اللهُ، وَاللهُ أَكْبَرُ، أَحَبُّ إِلَيَّ مِمَّا طَلَعَتْ عَلَيْهِ الشَّمْسُ».
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- jechootawwan gurguuddoo kanneeniin Rabbbiin zakkaruun duuniyaa fi waan isii keessa jiru irra akka caalaa ta'e himani, isaanis: "Subhaanallaah": hirdhina irraa Rabbiin qulqulleessuudha. "Alhamdulillaah": isa jaallachuu fi isa guddisuu waliin sifa guutuun Rabbiin faarsuudha. "Laa Ilaaha Illallaah": haqaan gabbaramaan Rabbiin malee hin jiru jechuudha. ''Allaahu Akbar": Rabbiin waan hunda irra guddaa fi olaanaadha jechuudha.
...:
Zikrii Rabbiitti kakaasuutu keessa jira, inni waan aduun irratti baate irra jaalatamaa ta'uu ibsuudha.
Zikrii heddumeessuutti kakaasuutu keessa jira; mindaan guddaan waan isa keessa jiruuf jecha.
Meeshaan duuniyaa xiqqoodha, fedhiiwwan isiis dhabamtuudha.
Sahiiha Muslim (4/ 2072) (2695).
Dabalata (8)
بهجة الناظرين شرح رياض الصالحين.
لسليم الهلالي (2/ 496).
شرح رياض الصالحين.
لابن عثيمين (5/ 485).
نزهة المتقين شرح رياض الصالحين.
لمصطفى الخِن وغيره (2/ 970).
تطريز رياض الصالحين.
لفيصل آل المبارك (ص772).
Cited in books
5 BooksDabalata (5)
- الذكر والدعاء والعلاج بالرقي من الكتاب والسنة"لأن أقول سبحان الله، والحمد لله، ولا إله إلا الله، والله أكبر أحب إلي مما طلعت عليه الشمس ."
- المنتقى من المتجر الرابح في ثواب العمل الصالح - المعتمدالمنتقى من المتجر الرابح في ثواب العمل الصالح“لأن أقول (سبحان الله، والحمد لله، ولا إله إلا الله، والله أكبر) أحبّ إليّ مما طلعت عليه الشمس”.
- حصن المسلم من أذكار الكتاب والسنةحصن المسلمأَحَبُّ إِلَيَّ مِمَّا طَلَعَتْ عَلَيْهِ الشَّمسُ»[303].
- رسالة في الأذكار1«لَأَنْ أَقُولَ: سُبْحَانَ اللهِ، وَالحَمْدُ لِلهِ، وَلَا إِلَهَ إِلَّا اللهُ، وَاللهُ أَكْبَرُ؛ أَحَبُّ إِلَيَّ مِمَّا طَلَعَتْ عَلَيْهِ الشَّمْسُ».
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 7«لأن أقولَ: سُبْحَانَ اللهِ، والحمدُ للهِ، ولا إلهَ إلَّا اللهُ، واللهُ أكبرُ، أحبُّ إليَّ مما طلَعَتْ عليه الشَّمسُ».