Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- sujuuda lamaan jidduutti akkana jedhu ture: "Yaa Rabbii kiyya, naaf araarami, yaa Rabbii kiyya, naaf araarami".
Huzeyfaa irraa odeeffamee, Rabbiin irraa haa jaallatu:
Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- sujuuda lamaan jidduutti akkana jedhu ture: "Yaa Rabbii kiyya, naaf araarami, yaa Rabbii kiyya, naaf araarami".
أَنَّ النَّبِيَّ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ كَانَ يَقُولُ بَيْنَ السَّجْدَتَيْنِ: «رَبِّ اغْفِرْ لِي، رَبِّ اغْفِرْ لِي».
Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo sujuuda lamaan jidduu taa’an akkana jechaa turan: Yaa Rabbii kiyya naaf araarami, yaa Rabbii kiyya, naaf araarami, irra deebi’anii jedhani. Hiikni "Yaa Rabbii kiyya naaf araaramii: gabrichi cubbuu isaa haqee badii akka isaaf haguuguuf Rabbii isaa gaafachuudha.
...:
Salaata dirqamaa fi salaata sunnaa keessatti sujuuda lamaan jidduutti du'aa'ii kana jechuun karaa ta'uudha.
Jecha: "Yaa Rabbi naaf araarami" jedhu irra deddeebi’anii jechuun jaalatamaa ta'uudha, dirqamni yeroo tokko qofa jechuudha.
Sunana Abbaa Daawuud (2/ 154) (874).
Sunana Nasaa'ii (2/ 231) (1145).
Sunana Ibnu Maajaa (2/ 64) (897).
Musnada Ahmad (38/ 392) (23375).
Dabalata (1)
نيل الأوطار (2/ 305).
Cited in books
6 BooksDabalata (6)
- الذكر والدعاء والعلاج بالرقي من الكتاب والسنة"رب اغفر لي، ربِّ اغفر لي".
- تطبيق القرآن والأذكارأذكار الصلاة((رَبِّ اغْفِرْ لِي، رَبِّ اغْفِرْ لِي))[72].
- حصن المسلم من أذكار الكتاب والسنةحصن المسلم«رَبِّ اغْفِرْ لِي، رَبِّ اغْفِرْ لِي»[72].
- حصن المسلم من أذكار الكتاب والسنةحصن المسلمرَبِّ اغْفِرْ لِي، رَبِّ اغْفِرْ لِي
- رسالة في الأذكار1«رَبِّ اغْفِرْ لِي، رَبِّ اغْفِرْ لِي».
- مجموعة زاد السيرة النبوية (2)1أَنَّ النَّبيَّ صلى الله عليه وسلم كانَ يَلْبَسُ خاتَمَهُ في يَمِينِهِ.