3 : 200
يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ ٱصۡبِرُواْ وَصَابِرُواْ وَرَابِطُواْ وَٱتَّقُواْ ٱللَّهَ لَعَلَّكُمۡ تُفۡلِحُونَ
Yaa warra amantan! Obsaa; obsaan (diinota keessan) injifadhaa; karaa Rabbii keessattis of hidhaa. Rabbiin sodaadhaa Akka milkooftaniif.
Explanation & meanings · 1
- dirree lolaatti kaarra eegaa yookaa wardiyyaa dhaabbadhaa.jechuudha.