Skip to content
Waan Muslimni tokko wallaaluu hin qabne

Waan Muslimni tokko wallaaluu hin qabne

Kitaabni (Waan muslimni tokko wallaaluu hin qabne) jedhu, kitaaba guddaadha; beekumsaafi ibsa ifa ta'een kan qophaa'eedha, akkasumas bu'uuraalee aqiidaa, seera Islaamaa, fi naamusota gaggaarii irraa waan muslimni tokko wallaaluu hin qabne walitti kan qabatedha, akkasumas haala qindaa'aa ilaalchi ittiin ifuu fi qalbiin ittiin tasgabbooftuun kan barreeffamedha. Hubannoo ni qulqulleessa, dalagaas ni qajeelcha. akkasuma imala ibaadaa fi beekumsaa keessatti dhugumatti furtuu nagaa bahuu fi nama daandii imaluuf akeektuudha.

Language: lang_om
Prepared by: Koree Beekumsaa Hoggansa Dhimmoota Amantii Masjiidul Haraamii fi Masjiid Annabawiitiin.
Version: 3.1

These files are generated automatically from the book's text; their layout may differ from the printed edition.

0%
Font size