yeroo masjiida seenanitti akkas jedhu ture: «A'uuzu billaahil Aziim, wo bi wojhilkariim, wo sulxaanihil qadiim, minasheyxaanirrajiim»
Abdullaah ibnu Amrii ibnu Aas irraa akka odeeffametti -Rabbi isaan irraa haa jaallatu-:
Nabiyyii irraa odeesse -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- yeroo masjiida seenanitti akkas jedhu ture: «A'uuzu billaahil Aziim, wo bi wojhilkariim, wo sulxaanihil qadiim, minasheyxaanirrajiim» kana qofaa jedhe? eeyyeen kana qofa, ni jedhe: yeroo sana jedhetti sheyxaanni guyyaa isaa guutuu ana irraa tikfate jedha.
عن النبي صلى الله عليه وسلم أنه كان إذا دخل المسجد قال: «أعوذ بالله العظيم، وبوجهه الكريم، وسلطانه القديم، من الشيطان الرَّجِيم»، قال: أَقَطُّ؟ قلت: نعم، قال: فإذا قال ذلك قال الشيطان: حُفِظَ منِّي سائر اليوم.
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- yeroo masjiida seenanitti akkas jedhu ture: (A'uuzu billaahil Aziim) Rabbii guddaa fi sifaata isaatiinan tikfamas eegamas. (wo bi wojhilkariim) fuula isaa kennaa fi arjaa ta'een. (wo sulxaanihi) Aangoo, moo'ichaa fi dandeetii inni uumama isaa irratti qabuun. (Al-qadiim) durattis kan ture fuuldurattis zalaalam kan jiraatu. (minasheyxaanirrajiim) sheyxaana rahmata Rabbii irraa fageeffamaa fi ari'atamaa ta'e irraa. akkas jechuun: yaa Rabbi woswasaa isaa, jallisa isaa, faana isaa, hasaassaa isaa, fakkeessaa isaa irraa na tiksi, isaatu jallinaaf sababaa ta'ee wollaalummaa irratti nama kakaasa. Abdullaah ibnu Amriin "kanuma qofaa?" jedhameen, akkas jechuun nabiyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- kana qofa jedhanii? jechuudha. innis eeyyeen kana qofa jedhani jedhe. namni masjiida ol seenu du'aa'ii kana yoo jedhe: sheyxaanni immoo akkas jedha: namni ol seene kun yeroo isaa hunda guyyaa fi halkan isaa ana irraa tikfatee jira.
Yeroo masjiida ol seenan du'aa'ii kana jechuun sadarkaa akka qabuudha, nama isa jedhe guyyaa isaa hafte keessatti sheyxaana irraa isa tiksa.
Sheyxaana irraa sodaachisuutu keessa jira; inni muslima jallisuuf jecha isa eeggata.
muslimaaf jallisa sheyxaanaa irraa tikfamuun hanguma Rabbitti amanuun qalbii isaa keessatti gadi dhaabbatee, du'aa'ii kana yeroo hundaa godhachuu fi beellama Rabbiin isa irratti hundeesse dhugeessuun isaaf argama.
Sunana Abbaa Daawuud (1/ 349) (466).
Dabalata (4)
شرح سنن أبي داود.
لبدر الدين العيني (2/ 374).
مرقاة المفاتيح شرح مشكاة المصابيح.
لعلي القاري (2/ 627).
Cited in books
9 BooksDabalata (9)
- الذكر والدعاء والعلاج بالرقي من الكتاب والسنة"أعوذ بالله العظيم، وبوجهه الكريم، وسلطانه القديم من الشيطان الرجيم -فإذا قال ذلك قال الشيطان: حُفِظَ مني سائر اليوم".
- الصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهمالصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهم«أعوذُ باللهِ العظيمِ، وبوجهِهِ الكريم، وسُلطانِه القديم، من الشَّيطانِ الرَّجيم» قال: أَقَطْ؟ قلتُ: نعم، قال: «فإذا قالَ ذلك قالَ الشَّيطانُ: حُفِظَ منِّي سائرَ اليَومِ»[121].
- الصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهم«أَعُوذُ بِاللَّهِ العَظِيمِ، وَبِوَجْهِهِ الكَرِيمِ، وَسُلْطَانِهِ القَدِيمِ، مِنَ الشَّيْطَانِ الرَّجِيمِ» قَالَ: أَقَطْ؟ قُلْتُ: نَعَمْ، قَالَ: «فَإِذَا قَالَ ذَلِكَ قَالَ الشَّيْطَانُ: حُفِظَ مِنِّي سَائِرَ اليَوْمِ»[121].
- تحفة الأخيار تحفة الأخيار (ببيان جملة نافعة مما ورد في الكتاب والسنة من الأدعية والأذكار)«أَعُوذُ بِاللَّهِ الْعَظِيمِ، وَبِوَجْهِهِ الْكَرِيمِ، وَسُلْطَانِهِ الْقَدِيمِ، مِنَ الشَّيْطَانِ الرَّجِيمِ، قَالَ: «فَإِذَا قَالَ: ذَلِكَ قَالَ الشَّيْطَانُ: حُفِظَ مِنِّي سَائِرَ الْيَوْمِ» [61]
- حصن المسلم من أذكار الكتاب والسنةحصن المسلم«أَعُوذُ بِاللَّهِ العَظِيمِ، وَبِوَجْهِهِ الكَرِيمِ، وَسُلْطَانِهِ القَدِيمِ، مِنَ الشَّيْطَانِ الرَّجِيمِ»[38]
- حصن المسلم من أذكار الكتاب والسنةحصن المسلمأَعُوذُ بِاللَّهِ العَظِيمِ، وَبِوَجْهِهِ الكَرِيمِ، وَسُلْطَانِهِ القَدِيمِ، مِنَ الشَّيْطَانِ الرَّجِيم
- رسالة في الأذكار1«أَعُوذُ بِاللهِ الْعَظِيمِ، وَبِوَجْهِهِ الْكَرِيمِ، وَسُلْطَانِهِ الْقَدِيمِ مِنَ الشَّيْطَانِ الرَّجِيمِ». قال: «فَإِذَا قَالَ ذَلِكَ قَالَ الشَّيْطَانُ: حُفِظَ مِنِّي سَائِرَ الْيَوْمِ».
- فضائل وآداب المسجد النبويفضائل وآداب المسجد النبوي، وأحكام زيارة قبر النبي عليه الصلاة والسلام وقبري صاحبيه«أَعُوذُ بِاللَّهِ العَظِيمِ، وَبِوَجْهِهِ الكَرِيمِ، وَسُلْطَانِهِ القَدِيمِ، مِنَ الشَّيْطَانِ الرَّجِيمِ»[10].
- مجموعة زاد التربية الإسلامية (3)، والسيرة النبوية (3)التربية الإٍسلامية -3- «أعوذُ باﷲِ العظيمِ، وبوجهِهِ الكريمِ، وسُلطانِهِ القديمِ، من الشَّيطانِ الرَّجيم»