«Manneen keessan qabroota hin taasisinaa, mana suuraan baqaraa keessatti qara'amu sheexaanni irraa dheessa».
Abuu Hurayraa irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:
«Manneen keessan qabroota hin taasisinaa, mana suuraan baqaraa keessatti qara'amu sheexaanni irraa dheessa».
«لَا تَجْعَلُوا بُيُوتَكُمْ مَقَابِرَ، إِنَّ الشَّيْطَانَ يَنْفِرُ مِنَ الْبَيْتِ الَّذِي تُقْرَأُ فِيهِ سُورَةُ الْبَقَرَةِ».
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- mana ofii akka qabrii keessattii hin salaatamneetti salaata irraa ona taasisuu irraa dhoorgani. eegasii Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- sheexaanni mana suuraan baqaraa keessatti qara'amu irraa akka dheessuu himani.
ينفر: يصد ويعرض إعراضاً بالغاً.
Ibaadaadhaa fi salaata sunnaa manatti heddummeessuun jaallatamaa ta'uu isaa.
Salaanni bakka qabrii keessatti hin eeyyamamu; karaa shirkiitti qaqqabsiisuu fi worra qabriitti daangaa darbuutti geessa waan ta'eef jecha, salaata janaazaa irratti salaatamu yoo ta'e malee.
Bakka qabrii keessatti salaata dhoorguun sahaabota biratti dhugaatti murtaa'aa beekamaa ture, kanaaf nabiyyiin -Rbbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- manni akka qabrii keessatti hin salaatamnee akka hin taasifamne dhoorgani.
Sahiiha Muslim (1/ 539) (780).
Dabalata (8)
بهجة الناظرين.
لسليم الهلالي (2/ 240).
شرح رياض الصالحين.
لابن عثيمين (4/ 682).
نزهة المتقين شرح رياض الصالحين.
لمصطفى الخِن وغيره (2/ 757).
مرقاة المفاتيح شرح مشكاة المصابيح.
لعلي القاري (4/ 1460).
Cited in books
4 BooksDabalata (4)
- الذكر والدعاء والعلاج بالرقي من الكتاب والسنة"لا تجعلوا بيوتكم مقابر، إن الشيطان ينفر من البيت الذي تُقرأ فيه سورة البقرة".
- المنتقى من المتجر الرابح في ثواب العمل الصالح - المعتمدالمنتقى من المتجر الرابح في ثواب العمل الصالح“لا تجعلوا بيوتكم مقابر، إن الشيطان ينفر من البيت الذي تقرأ فيه سورة البقرة”.
- حصن المسلم من أذكار الكتاب والسنةحصن المسلم«لَا تَجْعَلُوا بُيُوتَكُمْ مَقَابِرَ، إِنَّ الشَّيْطَانَ يَنْفِرُ مِنَ الْبَيْتِ الَّذِي تُقْرَأُ فِيهِ سُورَةُ الْبَقَرَةِ»[184].
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 5«لا تجعلُوا بيوتَكُمْ مقابرَ، إنَّ الشَّيْطانَ ينفرُ مِنَ البيتِ الذي تُقْرأ فيهِ سورةُ البَقَرةِ».