112 : 1
قُلۡ هُوَ ٱللَّهُ أَحَدٌ
Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha.
Explanation & meanings · 1
- sadarkaa suuraa tanaa keessatti hadiisa abiisaiid alkhudrii kan bukaariin odeesse keessatti Nabiin s.a.w. "Rabbii lubbuun tiyya harka isaa keessa jirtuun kakadhee isiin 1/3 tokko sadaffaa qur'aanaatti qixxaatti" jedhe.