"Gabrichi Rabbii isaatti akkaan kan dhihaatu yeroo sujuuda keessa jirutti, kanaafuu kadhaa heddummeessaa''.
Abuu Hurayraa irraa akk odeeffametti -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhan:
"Gabrichi Rabbii isaatti akkaan kan dhihaatu yeroo sujuuda keessa jirutti, kanaafuu kadhaa heddummeessaa''.
«أَقْرَبُ مَا يَكُونُ الْعَبْدُ مِنْ رَبِّهِ وَهُوَ سَاجِدٌ، فَأَكْثِرُوا الدُّعَاءَ».
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- gabrichi Rabbii isaatti akkaan kan dhihaatu yeroo sujuuda keessa jirutti akka ta'e ibsan, kunis namni salaatu yeroo sujuudutti Rabbii injifatee guddateef bitamuu fi Isaaf of xinneessuu fi Isaaf gadi of qabuuf jecha irra olaanaa fi irra kabajamaa qaama isaa dachii irra waan kaa'uufi. Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dhugumatti sujuuda keessatti kadhaa heddummeessuutti ajajanii jiru, jechaa fi hojiin of gadi qabuutu sana keessatti wolitti qabama.
Rabbii ol ta'eef ajajamuun Isatti dhiheenya gabrichaaf dabala.
Sujuuda keessatti kadhaa heddummeessuun jaallatamaa ta'uu isaati, waan inni bakkoolee qeebaltii irraa ta'eef jecha.
Sahiiha Muslim (1/ 350) (482).
Dabalata (6)
شرح رياض الصالحين.
لابن عثيمين (5/ 509).
تطريز رياض الصالحين.
لفيصل المبارك (ص780).
بهجة الناظرين شرح رياض الصالحين.
لسليم الهلالي (2/ 506).
Cited in books
8 BooksDabalata (8)
- الذكر والدعاء والعلاج بالرقي من الكتاب والسنة"أقرب ما يكون العبد من ربه وهو ساجد؛ فأكثروا الدعاء" .
- الله -جل جلاله- أنيس المحبين وملاذ القاصدين«أَقْرَبُ مَا يَكُوْنُ العَبْدُ مِنْ رَبِّهِ وَهُوَ سَاجِدٌ؛ فَأَكْثِرُوا الدُّعَاءَ»
- الله -جل جلاله- أنيس المحبين وملاذ القاصدين«أَقْرَبُ مَا يَكُوْنُ العَبْدُ مِنْ رَبِّهِ وَهُوَ سَاجِدٌ؛ فَأَكْثِرُوا الدُّعَاء»
- حصن المسلم من أذكار الكتاب والسنةحصن المسلم«أَقْرَبُ مَا يَكُونُ العَبْدُ مِنْ رَبِّهِ وَهُوَ سَاجِدٌ فَأَكثِرُوا الدُّعَاءَ»[298].
- رسالة في الأذكار1«أَقْرَبُ مَا يَكُونُ الْعَبْدُ مِنْ رَبِّهِ وَهُوَ سَاجِدٌ، فَأَكْثِرُوا الدُّعَاءَ».
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 7«أقرَبُ مَا يَكُونُ العَبْدُ من ربِّه وهُوَ ساجدٌ، فأكثرُوا الدُّعاءَ».
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 7«أقرَبُ ما يكُونُ العَبْدُ من ربِّه وهُوَ ساجدٌ، فأكثرُوا الدُّعاءَ».
- مجموعة زاد التربية الإسلامية (3)، والسيرة النبوية (3)التربية الإٍسلامية -3- «أقربُ ما يكونُ العبدُ من ربِّه وهو ساجدٌ، فأكثروا الدعاءَ»