“Jidduu namichaatti fi jidduu shirkii fi kufritti salaata dhiisuutu jira”.
Jaabir irraa odeeffame -Rabbiin irraa haa jaallatu- akkana jedhe: Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkas jedhuun dhagahe:
“Jidduu namichaatti fi jidduu shirkii fi kufritti salaata dhiisuutu jira”.
«إِنَّ بَيْنَ الرَّجُلِ وَبَيْنَ الشِّرْكِ وَالْكُفْرِ تَرْكَ الصَّلَاةِ».
Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irratti haa jiraatu- salaata dirqamaa akka hin dhiisne akeekkachiisaniiru, akkasumas jidduu namichaati fi jidduu shirkii fi kufrii keessatti kufutti salaata dhiisuun akka jiru himan. Salaanni utubaa Islaamaa lammaffaadha, dhimmi isaas guddaadha, namni salaata salaatuun dirqamaa miti jechuudhaaf salaata dhiise walii galtee muslimtootatin kufrii keessa galee jira, dagannoo fi hifannaa irraa kan ka’een guutumatti yoo salaata dhiise inni kaafira ta’a, sana irratti walii galteen sahaabaas gabaafameera, yeroo tokko tokko dhiisee yeroo tokko tokko kan salaatu yoo ta'e ammoo inni sodaachisa hamaaf saaxilamadha.
...:
Barbaachisummaa salaataa fi irratti tikfachuuti, sunis garaagarummaa jidduu kufrii fi iimaanaa akka ta'eedha.
Salaata dhiisuu fi miidhuu irraa akeekkachiisni cimaan akka jiruudha.
Sahiiha Muslim (1/ 88) (82).
Dabalata (2)
المفهم لما أشكل من تلخيص كتاب مسلم (1/ 271).
البحر المحيط الثجاج في شرح صحيح الإمام مسلم بن الحجاج (2/ 622).
Cited in books
11 BooksDabalata (11)
- الأربعون في تعظيم قدر الصلاةالأربعون في تعظيم قدر الصلاة «إِنَّ بَيْنَ الرَّجُــلِ وَبَيْنَ الشِّرْكِ وَالْكُفْرِ تَرْكَ الصَّلَاةِ».
- الخطب المنبريةموسوعة الخطب المنبرية (القسم الثالث)«إنَّ بَيْنَ الرَّجُلِ وَبَيْنَ الشِّرْكِ وَالْكُفْرِ تَرْكَ الصَّلَاةِ»
- الصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهمالصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهم«بَيْنَ الرَّجُلِ وَبَيْنَ الشِّرْكِ وَالْكُفْرِ تَرْكُ الصَّلَاةِ»[9]،
- الصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهم«بَيْنَ الرَّجُلِ وَبَيْنَ الشِّرْكِ وَالْكُفْرِ تَرْكُ الصَّلَاةِ»[9]،
- الصيام ومجموعة أسئلة في أحكامه«بَيْنَ الرَّجُلِ وَبَيْنَ الشِّرْكِ وَالكُفْرِ تَرْكُ الصَّلَاةِ»[19]،
- الصيام ومجموعة أسئلة في أحكامه«بَيْنَ الرَّجُلِ وَبَيْنَ الشِّرْكِ وَالكُفْرِ: تَرْكُ الصَّلَاةِ»[23]،
- المناهج التعليمية - الصف السادسالمناهج الدراسية - الحديث - الصف السادس - الفصل الأول «إِنَّ بَيْنَ الرَّجُلِ وَبَيْنَ الشِّرْكِ وَالْكُفْرِ تَرْكَ الصَّلَاةِ»
- خطب تعظيم قدر الصلاة"إِنَّ بَيْنَ الرَّجُلِ وَبَيْنَ الشِّرْكِ وَالْكُفْرِ تَرْكَ الصَّلَاةِ"
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 5«إنَّ بين الرَّجُلِ وَبَيْنَ الشِّرْكِ والكُفرِ تَرْكَ الصَّلاةِ».
- ما لا يسع المسلم جهله«إِنَّ بَيْنَ الرَّجُلِ وَبَيْنَ الشِّرْكِ وَالْكُفْرِ تَرْكُ الصَّلَاةِ» [14].
- مجموعة زاد التربية الإسلامية (1)، والسيرة النبوبة (1)، والعقيدة (1)، والفقه (1)مجموعة زاد الفقه (1)«إِنَّ بَيْنَ الرَّجُلِ وَبَيْنَ الشِّرْكِ وَالْكُفْرِ تَرْكُ الصَّلَاةِ»