Skip to content
الحج /

Ayah 77

22 : 77
الحج Ayahs 78
Surah · الحج
oromoo · Ababor
22 : 77

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ ٱرۡكَعُواْ وَٱسۡجُدُواْۤ وَٱعۡبُدُواْ رَبَّكُمۡ وَٱفۡعَلُواْ ٱلۡخَيۡرَ لَعَلَّكُمۡ تُفۡلِحُونَ۩

Yaa warra amantan! Rukuu’a bu’aa; sujuudas bu’aa; Gooftaa keessan gabbaraa; akka milkooftaniif toltuus hojjadhaa.

Explanation & meanings · 1
  1. bakka tanas sujuuda qaraatiittu jira. kanaan wajji suuraan tuni sujuuda lama qabdi.