Skip to content
النِّسَاء /

Ayah 101

4 : 101

Ayah 101 of النِّسَاء (4 : 101). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النِّسَاء Ayahs 176
4 : 101

وَإِذَا ضَرَبۡتُمۡ فِي ٱلۡأَرۡضِ فَلَيۡسَ عَلَيۡكُمۡ جُنَاحٌ أَن تَقۡصُرُواْ مِنَ ٱلصَّلَوٰةِ إِنۡ خِفۡتُمۡ أَن يَفۡتِنَكُمُ ٱلَّذِينَ كَفَرُوٓاْۚ إِنَّ ٱلۡكَٰفِرِينَ كَانُواْ لَكُمۡ عَدُوّٗا مُّبِينٗا

Yeroo dachii keessa deemtan,badiin homaatuu isin irra hin jiru salaata irraa gabaabsuu keessaniin, yoo warri kafaran isin rakkisuu sodaattan, Dhugumatti, kaafiroonni isiniif diinota mul'ataa ta'aniiru.