«Namoota keessatti wanti lama kufrii dha: hidda dhalootaa arrabsuu fi warra du’an irratti iyyanii boo’uu».
Abuu Hureyraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni isaan irratti haa jiraatu- akkana jedhan:
«Namoota keessatti wanti lama kufrii dha: hidda dhalootaa arrabsuu fi warra du’an irratti iyyanii boo’uu».
«اثْنَتَانِ فِي النَّاسِ هُمَا بِهِمْ كُفْرٌ: الطَّعْنُ فِي النَّسَبِ، وَالنِّيَاحَةُ عَلَى الْمَيِّتِ».
Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu- amaloota lama kan namoota keessatti argaman, kan kan gochoota kaafirootaa fi dalagaa warra wallaaltotaa irraa ta'an himan, isaanis: Inni jalqabaa: hidda dhaloota namootaa arrabsuu, isaan akka waan hir'ina qabanitti isaan ilaaluu fi isaan irratti of tuuluudha. Inni lammaffaa: yeroo balaan tokko nama mudate hiree san irratti aarii irraa kan ka’een sagalee ol kaasuudha, ykn abdii kutuu irraa kan ka’een uffata ofii cicciruudha.
Of gadi qabuu fi namoota irratti of tuuluu dhabuu irratti kakaasuudha.
Balaa irratti obsuu fi aaruu dhabuun dirqama tahuudha.
Gochoonni kunniin kufrii xiqqaa irraayi, Namni dameelee kufrii keessaa dameen tokko itti argame kufrii amantii irraa nama baasu kafare hin jedhamu, hanga kufrii guddaa raawwatutti kaafira hin ta’u.
Islaamummaan waan Muslimoota gidduutti wal qoqqoodinsa fidu hunda kan akka hidda dhalootaa arrabsuu fi wantoota biroo kan dhoorge tahuudha.
Sahiiha Muslim (1/ 82) (67).
Dabalata (6)
كتاب التوحيد.
للإمام محمد بن عبد الوهاب (ص96).
الملخص في شرح كتاب التوحيد.
لصالح الفوزان (ص279).
الجديد في شرح كتاب التوحيد.
للقرعاوي (ص315).
Cited in books
10 BooksDabalata (10)
- التوحيد في ضوء عقيدة الإمام الشافعي رحمه الله ونصوصه ومروياته"اثنتان في الناس هما بهم كفر: الطعن في النسب، والنياحة على الميت".([107])
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 7«اثْنَتَان في النَّاسِ هُمَا بهمْ كُفْرٌ: الطَّعْنُ في النَّسبِ، والنِّيَاحَةُ علىٰ المَيِّتِ».
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 8«اثْنَتَانِ في النَّاسِ هُمَا بِهِم كُفْرٌ: الطَّعْنُ في النَّسَبِ، وَالنِّيَاحَةُ عَلىٰ المَيِّتِ».
- عقيدة الأئمة الأربعة«اثْنَتَانِ فِي النَّاسِ هُمَا بِهِمْ كُفْرٌ: الطَّعْنُ فِي الْأَنْسَابِ، وَالنِّيَاحَةُ عَلَى الْمَيِّتِ»
- قاموس الكبائرموسوعة الكبائر - المجموعة الخامسة«اثْنَتَانِ فِي النَّاسِ هُمَا بِهِمْ كُفْرٌ: الطَّعْنُ فِي النَّسَبِ، وَالنِّيَاحَةُ عَلَى الْمَيِّتِ»
- كتاب التوحيدكتاب التوحيد للشيخ محمد بن عبد الوهاب((اثْنَتَانِ فِي النَّاسِ هُمَا بِهِمْ كُفْرٌ: الطَّعْنُ فِي النَّسَبِ، وَالنِّيَاحَةُ عَلَى الْمَيِّتِ)).
- ما لا يسع المسلم جهله«اثْنَتَانِ فِي النَّاسِ هُمَا بِهِمْ كُفْرٌ: الطَّعْنُ فِي النَّسَبِ، وَالنِّيَاحَةُ عَلَى المَيِّتِ» [4].
- مشروع منهاج زادكزادك 3 طالب نهائي«اثْنَتَانِ فِي النَّاسِ هُمَا بِهِمْ كُفْرٌ: الطَّعْنُ فِي النَّسَبِ، وَالنِّيَاحَةُ عَلَى الْمَيِّتِ»
- موسوعة الإيمان«اثْنَتَانِ فِي النَّاسِ هُمَا بِهِمْ كُفْرٌ: الطَّعْنُ فِي النَّسَبِ، وَالنِّيَاحَةُ عَلَى الْمَيِّتِ»،
- نبراس طالب (4)1«اثْنَتَانِ فِي النَّاسِ هُمَا بِهِمْ كُفْرٌ: الطَّعْنُ فِي النَّسَبِ، وَالنِّيَاحَةُ عَلَى الْمَيِّتِ»