Skip to content
Eenyutu Uumama uume? Eenyutu na uume? Maalifi?

Eenyutu Uumama uume? Eenyutu na uume? Maalifi?

Kitaabni "Uumama kana eenyutu uume? Ana hoo eenyutu uume, maaliifi?" jedhu, hundee argama uumamaa fi ilma namaa irratti xiyyeeffata. Uumamni kun tasa yookiin homaa irraa kan dhufe osoo hin taane, Uumaa guddaa, jechuunis Rabbiin seerota sirrii tan jireenya fi uumama too'attu kaa'ee kan isa uume ta'uu isaa gad jabeessuun waliin. Akkasumas Kitaabichi amaloota Rabbiiti fi barbaachisummaa Ergamtoota fi Kitaabota samiitti amanuu ni ibsa. Dabalataanis, Islaamummaan amantii dhugaa kan ergaawwan nabiyyoota hundaa walitti qabate ta'uu isaa ni mirkaneessa. Addunyaa kanattii fi Aakhirattis gammachuu…

Language: lang_om
Prepared by: Koree Barnootaa Hooggansa Dhimmoota Amantii Al- Masjiidal Haraami fi Al-Masjiid Al-Nabawiitiin Qophaa'e
Version: 2.0

These files are generated automatically from the book's text; their layout may differ from the printed edition.

0%
Font size