Skip to content
الدروس المهمة لعامة الأمة

الدروس المهمة لعامة الأمة

Barnoota Yaachisaa Ummata Hundaaf Kan kabajamoo Sheykha Hayyuu Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Taheetiin Seensa barreessaa Galanni Rabbii gooftaa Aalamaatiif haa galu, booddeen bareenni warra sodaa Rabbii qabaniifi, nagayaafii rahmanni Rabbii gabrichaa fi ergamaa nabiyyii keenya muhammad irratti haa bu'u, firaafii saahiboota isaanii hundaawu.

Language: lang_om
Prepared by: Abdul'aziiz binu Abdallaah binu Baaz -Rabbi isaan haa mararfatu.
Version: 2.1

These files are generated automatically from the book's text; their layout may differ from the printed edition.

0%
Font size