Skip to content
الإسلام - نبذة موجزة عن الإسلام (مجردة من الأدلة)

الإسلام - نبذة موجزة عن الإسلام (مجردة من الأدلة)

Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta'eetiin Islaamni Ergaa gabaabaa waa'ee islaamummaa akka qur'aanaa fi Hadiisatti dhufetti (Koppii ragaalee of keessaa hin qabne)[1] [1] Ergaa kana irraa koppiin biraa kan mas'alaa ishee keessa jiru hunda irratti ragaalee Qur'aanaafi Hadiisaa of keessaa qabu ni argama, kana ilaaluuf liinkii kana fayyedamaa https://islamhouse.com/ar/books/2830071 Ergaan kun ergaa barbaachisaa ta'e, kan karaa gabaabaan islaamummaa nama barsiisuu irratti xiyyeeffateedha, irra barbaachisaa hundeelee, barsiisaa fi gaarommina Islaamummaa maddeelee isaa kan…

0%
Font size