Skip to content
صفة الوضوء (شرح عملي ومختصر)

صفة الوضوء (شرح عملي ومختصر)

Akkaataa wuduu'aa (Ibsa gochaafi gabaabaa) Akkaataa wuduu'aa (Viidiyoo gabaabaa salphaa) Hojii qabatamaa kan akkaataa wuduu'a itti godhatan tarkaan fi tarkaanfiin ibsu, Baay'ee barbaachisaadha; Sababni isaas Wuduu'in ulaagaa salaanni sirrii ta'ee argamuu waan ta'eef jecha. Viidiyoo kana daawwadhuutii akkaataa wuduu'aa sirrii baradhu. Akkaataa wuduu'aa

Language: lang_om
Prepared by:
Version: 3.0

These files are generated automatically from the book's text; their layout may differ from the printed edition.

0%
Font size