Skip to content
Ergamaa Islaamaa Muhammad -Rabbbiin Rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu

Ergamaa Islaamaa Muhammad -Rabbbiin Rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu

Kitaabni "Ergamaa Islaamaa Muhammad Rabbiin Rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu" jedhu seenaa Nabi Muhammad -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hidda dhalootaa fi guddina isaanii irraa kaasee hanga gaa'ela isaanii barakaa ta'eetti, akkasuma jalqaba wahyii fi jalqabbii ergaa isaanii isa dhumaa ga'uutti irraa dubbata. Akkasumas mallattoolee nabiyyummaa isaanii fi ragaalee dhugummaa isaaniis ni ibsa, akkasuma shari’aa isaan fidanii fi gahee inni mirgaa fi kabajaa ilma namaa eeguu keessatti qabus ibsa bal'aa itti kenna. Akkuma ejjennoo mormitoota isaatii fi ragaalee…

Language: lang_om
Prepared by: Masjiida Haramaa fi Masjiida Annabawiitti, Koree Barnootaa, Damee Dhimmoota Amantiitiin hoogganamuun qophaa'e.
Version: 1.0
Download PDF 311 KB

This PDF is generated automatically from the book's text; its layout may differ from the printed edition.

0%
Font size