Umariin bira turre, akkas jedhe: «Of dirquu irraa dhoorgamnee jirra».
Anas irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe:
Umariin bira turre, akkas jedhe: «Of dirquu irraa dhoorgamnee jirra».
كُنَّا عِنْدَ عُمَرَ فَقَالَ: «نُهِينَا عَنِ التَّكَلُّفِ».
Umar -Rabbi isa irraa haa jaallatu- Ergmaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- haajaa tookkoon malee waan dadhabbii fi rakkinni keessa jiru hojjachuu irraa akka isaan dhoorgan hime, wanti sun jechas haa ta'uu hojiis.
...:
Of dirquu irraa dhoorgame irraa: gaaffii heddummeessuu, yookaan waan beekumsa itti hin qabne irratti of dirquu, yookaan waan Rabbiin bal'ise keessatti ofitti jabeessuudha.
Muslimaaf jechaa fi gocha keessatti laaffisuu of barsiisuutu barbaachisaadha, nyaata, dhugaatii, jechoota isaa fi haala isaa hunda keessatti.
Isalaamni amantii laafaadha.
Sahiiha Bukhaarii (9/ 95) (7293).
Dabalata (10)
نزهة المتقين.
لمصطفى الخن وغيره (2/ 1136).
شرح رياض الصالحين.
لابن عثيمين (6/ 391).
فتح الباري شرح صحيح البخاري.
لابن حجر (13/ 270).
النهاية في غريب الحديث والأثر.
لابن الأثير (4/ 196).
تطريز رياض الصالحين.
لفيصل آل مبارك (ص930).