Skip to content
Amantii uumamaa, sammuu fi milkiiti

Amantii uumamaa, sammuu fi milkiiti

Islaama Maqaa Rabbii akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa ta'eetiin Lubbuu tee gaafatteertaa?: Samiiwwan, dachii fi uumamoowwan gurguddoo isaan lameen keessa jiru eenyutu uume? seera wol xaxaa hoonga ga'e kana eenyutu isaan keessatti tolche? Uumamni guddaan kun seerowwan isaa kan woggoota hedduu kana to'annaa akkaan jabaa ta'een to'atee geggeessuu woliin akkamitti toora qabachuu fi haala tokko irratti tasgabbaa'aa dhaabataa ta'uu danda'e? Uumamni (universii) kun ofii isaatiif of uumee? moo dhabama irraa dhufe? moo akka tasaatti argame?

0%
Font size