Skip to content
الإسلام طريق السعادة

الإسلام طريق السعادة

Eenyu akka si uume lubbuu tee gaafattee beeytaa? Kaayyoon jiruu tanaa maali? Du'a booda maaltu argama? Rabbiin osoo kaayyoo nu uumeef nutti hin himne nu uumee nu dhiisuun ni malaa (ni yaadamaa)? Rabbiin akka isa beeynuufii akkaataa itti isa gabbarru beeynuuf kitaaba buusee ergamtoota ilma namaatti erge. Rabbiin jiruun tuni ganda qormaataa tahuu dhugumatti nuuf ibseera, akkasumas nama isa tokkichoomsee isuma qofa gabbaree, gaarii hojjate Aakhiratti (du'a booda) jannataan galata isaaf akka galchu dhugumatti nuuf ibseera.

0%
Font size