Skip to content
Surah List /

الإخلَاص

الإخلَاص is chapter 112 of the Quran and has 4 verses. This page presents it in full in the Uthmani script, with a verse-by-verse translation of its meaning.

4 Ayahs Surah No. 112
Go to ayah
oromoo · Ababor
بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

قُلۡ هُوَ ٱللَّهُ أَحَدٌ

Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha.

Explanation & meanings · 1
  1. sadarkaa suuraa tanaa keessatti hadiisa abiisaiid alkhudrii kan bukaariin odeesse keessatti Nabiin s.a.w. "Rabbii lubbuun tiyya harka isaa keessa jirtuun kakadhee isiin 1/3 tokko sadaffaa qur'aanaatti qixxaatti" jedhe.

ٱللَّهُ ٱلصَّمَدُ

Allaahn hirkoo waa hundaati.

لَمۡ يَلِدۡ وَلَمۡ يُولَدۡ

Hin dhalle hin dhalannes.

وَلَمۡ يَكُن لَّهُۥ كُفُوًا أَحَدُۢ

Hiriyaan tokkoos isaaf hin taane.”