Skip to content
الفَاتِحة /

Ayah 7

1 : 7
الفَاتِحة Ayahs 7
1 : 7

صِرَٰطَ ٱلَّذِينَ أَنۡعَمۡتَ عَلَيۡهِمۡ غَيۡرِ ٱلۡمَغۡضُوبِ عَلَيۡهِمۡ وَلَا ٱلضَّآلِّينَ

Karaa warra isaan irratti tola ooltee; kan warra irratti dallanamee kanhintahin, kan jallattootaa (kan hintahin) (nu qajeelchi)

Explanation & meanings · 2
  1. suuraan faatihaa tuni irra caaltuu suuraalee qur'aanaati. Nabiyyiin S.A.W. Abii sa'iidiin akkana jedhe "irra caaltuu suuraalee qur'aanaa sibeeysisa, isiin -Alhamdu lillaahi Rabbil aalamiin- jedheen. isiin torban deddeebituu taate, qur'aana guddaa ani isa kennames" jedheen. {bukhaariitu odeesse}.
  2. Aamiin jechuun salaata keessatti barbaachisaadha. bakka tanatti yogguu faatihaa fixan. namni duubaan salaatulleen sagalee olfuudhee bakka takaa jedha. garuu jechi Aamiin jedhu kuni faatiharraayii miti, inumaa qur'aanarraayii miti.