Skip to content
Surah List /

الفَجر

الفَجر is chapter 89 of the Quran and has 30 verses. This page presents it in full in the Uthmani script, with a verse-by-verse translation of its meaning.

30 Ayahs Surah No. 89
Go to ayah
oromoo · Ababor
بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

وَٱلۡفَجۡرِ

Bariinin (kakadha).

وَلَيَالٍ عَشۡرٖ

Halkan kurnaniinis,

وَٱلشَّفۡعِ وَٱلۡوَتۡرِ

Cimdiifi qarattis;

وَٱلَّيۡلِ إِذَا يَسۡرِ

Halkanittis; yeroo inni deeme.

هَلۡ فِي ذَٰلِكَ قَسَمٞ لِّذِي حِجۡرٍ

Sila sana keessa abbootii sammuutiif kakuun quubsaan hin jiruu? (ni jira)!