89 : 19 وَتَأۡكُلُونَ ٱلتُّرَاثَ أَكۡلٗا لَّمّٗا Qabeenya dhaalaa, nyaata [halaalaafi haraama] walitti qabate nyaattu.