4 : 69
وَمَن يُطِعِ ٱللَّهَ وَٱلرَّسُولَ فَأُوْلَٰٓئِكَ مَعَ ٱلَّذِينَ أَنۡعَمَ ٱللَّهُ عَلَيۡهِم مِّنَ ٱلنَّبِيِّـۧنَ وَٱلصِّدِّيقِينَ وَٱلشُّهَدَآءِ وَٱلصَّٰلِحِينَۚ وَحَسُنَ أُوْلَٰٓئِكَ رَفِيقٗا
Namni Rabbiifi Ergamaadhaaf ajajame isaan sun warra Rabbiin qanansiise waliin ta’u, nabiyyoota, dhugoomsitoota, shahiidotaafi warren gaggaarii (wajji tahu). Warra kanaan hiriyoomuun waa tole!