"Namni waan Rabbiin malee jiruun kakate dhugumatti kafare, yookaan Rabbitti waan biraa qindeesse''.
- محاور التعريف بالإسلام
- توحيد الله وإبطال الشركبطلان الشرك وصوره
Ibnu umar irraa odeeffamee -Rabbiin irraa haa jaallatu- dhugumaan inni namicha tokko kan akkas jedhu dhagahe: ka'abaadhaan kakadhe hin ta'u. ibnu Umaris ni jedhe: waan Rabbiin malee jiruun hin kakatamu, ani Rasuula Rabbiitii akkas jedhan dhagahe -Rabbiin rahamataa fi nageenya isaan irratti haa buusu-:
"Namni waan Rabbiin malee jiruun kakate dhugumatti kafare, yookaan Rabbitti waan biraa qindeesse''.
«مَنْ حَلَفَ بِغَيْرِ اللهِ فَقَدْ كَفَرَ أَوْ أَشْرَكَ».
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- Namni waan Rabbiin, maqoowwan isaatii fi sifoowwan isaatiin ala jiruun kakate dhugaadhaan akka Rabbitti kafare yookaan shaarraksiise himan; kakuun waan isaan kakatame guddisuutti geessa, guddinni daangaa hin qabne kan Rabbii tokkichaa qofaati. Rabbii fi maqoowwan isaatii fi sifoowwan isaatiin malee hin kakatamu -Inni qulqullaa'e-. Kakaan kun shirkii xiqqaa irraayi; garuu yoo namni kakatu waan ittiin kakatu akka Rabbii ol ta'ee guddisutti yookaan isaa olitti guddisa ta'e; yeroo sana shirkii guddoo irraa ta'a.
من حلف: الحلف: اليمين، وهي توكيد الحكم بذكر معظّم تطمئن له نفس المخاطب.
كفر أو أشرك: يحتمل أن يكون هذا شكًّا من الراوي، ويحتمل أن تكون "أو" بمعنى الواو فيكون كفر وأشرك.
من حلف: الحلف: اليمين، وهي توكيد الحكم بذكر معظّم تطمئن له نفس المخاطَب.
Kakaan guddisuun haqa Rabbii qofa -inni qulqullaa'e ol ta'e- Rabbii fi maqoowwan isaatii fi sifoowwan isaatiin malee hin kakatamu.
Bololii sahaabonni toltuutti ajajuu fi hamtuu irraa dhoorguu irratti qaban agarsiisa, keessattu badichi kufrii yookaan shirkitti kan rarra'u yoo ta'e.
Sunana Tarmizii (3/ 194) (1535).
Sunana Abbaa Daawuud (5/ 154- 155) (3251).
Musnada Ahmad (9/ 249) (5346).
(9/ 275) (5375).
(10/ 249) (6072).
(1/ 343).
Sunana Tarmizii (3/ 194) (1535).
Sunana Abbaa Daawuud (5/ 154- 155) (3251).
Musnada Ahmad (9/ 249) (5346).
(9/ 275) (5375).
(10/ 249) (6072).
(1/ 343).
Dabalata (22)
فتح المجيد شرح كتاب التوحيد.
لعبد الرحمن التميمي (ص413).
القول المفيد على كتاب التوحيد.
لابن عثيمين (2/ 214).
الملخص في شرح كتاب التوحيد.
لصالح الفوزان (ص326).
الجديد في شرح كتاب التوحيد.
لمحمد القرعاوي (ص365).
التمهيد لشرح كتاب التوحيد.
لصالح آل الشيخ (ص452).
فتاوى اللجنة الدائمة.
فتح المجيد شرح كتاب التوحيد.
لعبد الرحمن التميمي (ص413).
القول المفيد على كتاب التوحيد.
لابن عثيمين (2/ 214).
الملخص في شرح كتاب التوحيد.
لصالح الفوزان (ص326).
الجديد في شرح كتاب التوحيد.
لمحمد القرعاوي (ص365).
التمهيد لشرح كتاب التوحيد.
لصالح آل الشيخ (ص452).
فتاوى اللجنة الدائمة.
Cited in books
20 Books- Ifa Qur’aanaa fi Hadiisaa irratti hundaa'uun dhimmoota Hajjii, Umraa fi Ziyaaraa hedduu mirkaneessuu fi ibsuuالتحقيق والإيضاح لكثير من مسائل الحج والعمرة والزيارة - النسخة المعتمدة«Namni waan Rabbiin malee jiruun kakate dhugumatti kafare, ykn Rabbitti waan biraa qindeesse»[98].
- الدروس المهمة لعامة الأمة"Namni waan Rabbiin malee jiruun kakate dhugumatti kafare, yookaan Rabbitti waan biraa qindeesse". [4]
- Waan Muslimni tokko wallaaluu hin qabne«Namni waan Rabbiin malee jiruun kakate dhugumatti kafare, yookaan Rabbitti waan biraa qindeesse»[2].
Dabalata (17)
- ترجمة المقاطع المرئية - مشروع هدايات 1«من حلف بغير الله فقد كفر أو أشرك»
- خذ عقيدتك من الكتاب والسنة الصحيحة«من حلَف بغير الله فقد أشرك»
- عقيدة الأئمة الأربعة«مَنْ حَلَفَ بِغَيْرِ اللَّهِ فَقَدْ كَفَرَ أَوْ أَشْرَكَ»
- عقيدة الأئمة الأربعة«مَنْ حَلَفَ بِغَيْرِ اللهِ فَقَدْ كَفَرَ أَوْ أَشْرَكَ»،
- عقيدة التوحيدعقيدة التوحيد وبيان ما يضادها...«مَنْ حَلَفَ بِغَيْرِ اللَّهِ فَقَدْ كَفَرَ أَوْ أَشْرَكَ»[36].
- عقيدة التوحيدعقيدة التوحيد وبيان ما يضادها...«مَنْ حَلَفَ بِغَيْرِ اللَّهِ فَقَدْ كَفَرَ أَوْ أَشْرَكَ»[44].
- عقيدة التوحيدعقيدة التوحيد وبيان ما يضادها...«مَنْ حَلَفَ بِغَيْرِ اللَّهِ فَقَدْ كَفَرَ أَوْ أَشْرَكَ»[102]،
- كتاب التوحيدكتاب التوحيد للشيخ محمد بن عبد الوهاب((مَنْ حَلَفَ بِغَيْرِ اللهِ فَقَدْ كَفَرَ أَوْ أَشْرَكَ))
- مجموعة زاد الحديث (1)الحديث 1«مَنْ حَلَفَ بِغَيْرِ الله فَقَدْ كَفَرَ أَوْ أَشْرَكَ»
- مجموعة زاد الحديث (1)الحديث 1«مَنْ حَلَفَ بِغَيْرِ الله فَقَدْ كَفَرَ أَوْ أَشْرَكَ»
- محرمات استهان بها كثير من الناسمن حلف بغير الله فقد أشرك
- مشروع المنهج التعليميمادة التوحيد مستوى 3«مَنْ حَلَفَ بِغَيْرِ اللهِ فَقَدْ كَفَرَ أَوْ أَشْرَكَ»
- مشروع المنهج التعليميمادة التوحيد مستوى 3«مَنْ حَلَفَ بِغَيْرِ اللهِ فَقَدْ كَفَرَ أَوْ أَشْرَكَ»
- مشروع المنهج التعليميمادة التوحيد مستوى 3«مَنْ حَلَفَ بِغَيْرِ اللهِ فَقَدْ كَفَرَ أَوْ أَشْرَكَ».
- مشروع منهاج زادكزادك 3 طالب نهائي«مَنْ حَلَفَ بِغَيْرِ اللهِ فَقَدْ أَشْرَكَ»
- نبراس طالب (4)1«مَنْ حَلَفَ بِغَيْرِ اللَّهِ فَقَدْ كَفَرَ أَوْ أَشْرَكَ»
- نبراس طالب (5)1«مَنْ حَلَفَ بِغَيْرِ اللهِ فَقَدْ أَشْرَكَ»