Skip to content
Ani Muslima

Ani Muslima

Barruun kun isalaamummaan maal akka ta'e, Muslimni eenyu akk ata'ee fi akkamitti Muslima Dhugaa taata isa jedhu ibsa, Akkasumas bareedina Islaamummaa ibsuu, garii Adabootaa gaggaarii fi Amaloota ol aanoo ta'an, sadarkaa dubartootaa, haqa firaa, ollaa fi hawaasaa of keessatti qabateera, Akkasumas Islaamummaan waan gaggaarii jedhame hundatti akka waamee fi waan gadhee irraa malee akka hin dhoorgines ni ibsa.

Language: lang_om
Prepared by: Koree Barnootaa Hooggansa Dhimmoota Amantii Al- Masjidal Haraami fi Al-Masjid Annabawii
Version: 1.0
Download PDF 211 KB

This PDF is generated automatically from the book's text; its layout may differ from the printed edition.

0%
Font size