Skip to content
رسول الإسلام محمد صلى الله عليه وسلم

رسول الإسلام محمد صلى الله عليه وسلم

Maqaa Rabbii Rahmata godhaa Mararfataa ta'eetiin. Ergamaa Islaamaa Muhammad Rabbbiin Nagayaa fi Rahmata isa irratti haa buusu. Ibsa gabaabaa waa'ee Ergamaa Islaamaa Muhammad Rabbiin nagayaa fi Rahmata isa irratti haa buusu irraa, maqaa isaa, gosa isaa, Biyya isaa, Fuudha isaa (dubartoota Isaa) ergaa Isaa, waan inni itti yaamee, mallattoolee nabiyyummaa isaa, seera isaatii fi Ijjannoo mormitoota isaa isii keesatti ibsa. [1]Jechoota lameen Ergamaa muhammad jedhu yeroo hunda walitti hidhuu keessatti nan jabeeyse (nan futune) hiikkaa isaa eeguuf jecha suni ni hubatama. 1-Maqaa Isaa, Gosa Isaatii…

Language: lang_om
Prepared by:
Version: 1.2

These files are generated automatically from the book's text; their layout may differ from the printed edition.

0%
Font size