Skip to content
يُونس /

Ayah 57

10 : 57

Ayah 57 of يُونس (10 : 57). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

يُونس Ayahs 109
Surah · يُونس
oromoo · Ababor
10 : 57

يَٰٓأَيُّهَا ٱلنَّاسُ قَدۡ جَآءَتۡكُم مَّوۡعِظَةٞ مِّن رَّبِّكُمۡ وَشِفَآءٞ لِّمَا فِي ٱلصُّدُورِ وَهُدٗى وَرَحۡمَةٞ لِّلۡمُؤۡمِنِينَ

Yaa namootaa! Dhugumatti, gorsi Gooftaa keessan irraa taate isinitti dhufte, qorichi waan qomoowwan keessaas, qajeelfamaafi rahmanni mu’uminootaas.