Skip to content
يُونس /

Ayah 58

10 : 58
يُونس Ayahs 109
Surah · يُونس
oromoo · Ababor
10 : 58

قُلۡ بِفَضۡلِ ٱللَّهِ وَبِرَحۡمَتِهِۦ فَبِذَٰلِكَ فَلۡيَفۡرَحُواْ هُوَ خَيۡرٞ مِّمَّا يَجۡمَعُونَ

Jedhi “Tola Rabbiitiifi rahmata Isaatiin (dhufte), isa sanitti haa gammadanu, Waan isaan walitti qaban irra isatu caalaa”.