Skip to content
Sadarkaa kurnan Zul Hijjaa

Sadarkaa kurnan Zul Hijjaa

seensa Faaruun kan Rabbii gooftaa Aalamaati, rahmannii fi nageenyi Nabiyyii Aalama hundaaf rahmata ta'anii ergaman irratti haa jiraatu, akkasumas maatii, sahaabota isaanii fi nama hanga guyyaa qiyaamaatti sunnaa isaanii qabatee karaa isaanii hordofe irrattis haa jiraatu, Itti aansuudhaan: Kun ergaa gabaabaa irra guddaa wantoota sadarkaa kurnan Zul Hijjaa keessatti nama muslimaa tokkoof barbaachisoo ta'an of keessatti hammatedha, Daawwattoota dhiirotaa fi dubartootaa Harama kabajamoo lameenii ta'aniif kan walitti isa qabnedhae; Akka isaan dhimmoota amantii isaanii keessatti beekumsaa fi…

Language: lang_om
Prepared by: Koree barnootaa Waldaa Tajaajila Barnoota Islaamaa Afaanota garaagaraa.
Version: 2.0

These files are generated automatically from the book's text; their layout may differ from the printed edition.

0%
Font size