97 : 1 إِنَّآ أَنزَلۡنَٰهُ فِي لَيۡلَةِ ٱلۡقَدۡرِ Dhugumatti, Nuti halkan sadarkaa qabdu keessa isa (Qur'aana) buufne.