"Dirqamummaa isaa amanee akkasuma mindaa isaa Rabbiin irratti herregatee namni ji'a Ramadaanaa soome badii isaa irraa kan darbe isaaf dhiifama".
Abuu hurayraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahamataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhan:
"Dirqamummaa isaa amanee akkasuma mindaa isaa Rabbiin irratti herregatee namni ji'a Ramadaanaa soome badii isaa irraa kan darbe isaaf dhiifama".
«مَنْ صَامَ رَمَضَانَ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dhugumatti Rabbitti amanuuf jecha, dirqamummaa soomaa, gatii guddaa fi mindaa irraa waan Rabbiin ol ta'e worra soomaniif qopheesse dhugoomsuuf jecha, haala fuula Rabbii ol ta'ee kajeelaa ta'een, kan argisiifannaa fi na dhaga'aan keessa hin jirre namni ji'a Ramadaanaa soome badiiwwan isaa kan darban isaaf dhiifaman jechuudha himan.
...:
Ramadaana soomuu fi waan biroo kan hojiilee gaggaarii irraa ta'e keessatti sadarkaa ikhlaasni qabuu fi barbaachisummaa isaati.
Sahiiha Bukhaarii (1/ 16) (38).
Sahiiha Muslim (1/ 523) (760).
Dabalata (8)
بهجة الناظرين شرح رياض الصالحين.
لسليم الهلالي (2/ 361).
نزهة المتقين شرح رياض الصالحين.
لمصطفى الخِن وغيره (2/ 868).
كنوز رياض الصالحين.
لمجموعة من الباحثين (15/ 40).
شرح رياض الصالحين.
لابن عثيمين (5/ 270).
Cited in books
21 Books- Ergaa gaggabaabaa lama Zakaa fi Sooma ilaalchiseeفي فضل صيام رمضان وقيامه «Namni dirqamummaa isaa amanee, mindaa isaa Rabbi irratti herreggataa, ji'a Ramadaanaa soome badii isaa irraa kan darbe isaaf dhiifama; akkasumas namni haala Rabbitti amanee fi mindaa isaa Isa irratti herreggataa ta'een ji'a Ramadaanaa dhaa
- Ergaa gaggabaabaa lama Zakaa fi Sooma ilaalchiseeفي فضل صيام رمضان وقيامه «Dirqamummaa isaa amanee, mindaa isaa Rabbirratti herreggatee namni Ramadaanaa soome, badii isaa irraa kan darbe isaaf dhiifama, haala Rabbitti amanee fi mindaa Isa irratti herreggateen namni Ramadaana dhaabbates, badii isaa irraa kan darbe
Dabalata (19)
- أسئلة وأجوبة عن شهر رمضان للصغار، ولا يستغني عنها الكبار«مَنْ صَامَ رَمَضَانَ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»
- أسئلة وأجوبة عن شهر رمضان للصغار، ولا يستغني عنها الكبار«مَنْ قَامَ رَمَضَانَ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»
- أسئلة وأجوبة عن شهر رمضان للصغار، ولا يستغني عنها الكبار«مَنْ صَامَ رَمَضَانَ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا، غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»
- الصيام ومجموعة أسئلة في أحكامه«مَنْ قَامَ رَمَضَانَ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»[4].
- الصيام ومجموعة أسئلة في أحكامه«مَنْ صَامَ رَمَضَانَ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا، غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»[10].
- الصيام ومجموعة أسئلة في أحكامه«مَنْ قَامَ رَمَضَانَ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»[73].
- المنتقى من المتجر الرابح في ثواب العمل الصالح - المعتمدالمنتقى من المتجر الرابح في ثواب العمل الصالح“ من صام رمضان إيمانا واحتسابا غفر له ما تقدم من ذنبه”.
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 6«مَنْ صامَ رَمَضَانَ إيماناً واحتساباً ، غُفرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ من ذَنْبِهِ».
- كتاب تعليم المسلم الجديد«مَنْ صَامَ رَمَضَانَ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا؛ غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»
- ما لا يسع أطفال المسلمين جهله«مَنْ صَامَ رَمَضَانَ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا؛ غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»[65].
- مجموعة زاد الحديث(3)1«من صام رمضانَ إيمانًا واحْتسابًا غُفِرَ له ما تقَدَّمَ من ذنبِهِ».
- مجموعة زاد الفقه (3)الفقه 3«من قام رَمَضان إيمانًا واحتسَابًا غُفِر له ما تقدَّم من ذنبهِ»
- مشروع منهاج زادكزادك 2 طالب نهائي«مَنْ قَامَ رَمَضَانَ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»
- مشروع منهاج زادكزادك 2 طالب نهائي«مَنْ صَامَ رَمَضَانَ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»
- من أحكام الصيام«مَنْ صَامَ رَمَضَانَ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ» [6].
- منهج إعداد الدعاةالمفردة الرابعة -أركان الإسلام"من صام رمضان إيمانًا واحتسابًا غُفر له ما تقدم من ذنبه"
- نبراس طالب (2)نبراس طالب (2) «مَنْ قَامَ رَمَضَانَ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»
- نبراس طالب (3)نبراس طالب 3«مَنْ صَامَ رَمَضَانَ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»
- نصوص مختارة للرمضانمَنْ صَامَ رَمَضَانَ إِيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ