4 : 125
وَمَنۡ أَحۡسَنُ دِينٗا مِّمَّنۡ أَسۡلَمَ وَجۡهَهُۥ لِلَّهِ وَهُوَ مُحۡسِنٞ وَٱتَّبَعَ مِلَّةَ إِبۡرَٰهِيمَ حَنِيفٗاۗ وَٱتَّخَذَ ٱللَّهُ إِبۡرَٰهِيمَ خَلِيلٗا
Eenyutu irra tole amanatiin nama haala bareechaa ta'een fuula isaa Rabbiif bulchee caalaa? kan amantii Ibraahiim qajeelaa haala ta'een hordofe. Rabbiin Ibraahiimiin jaalallee godhateera.