Skip to content
Surah List /

لُقمَان

لُقمَان is chapter 31 of the Quran and has 34 verses. This page presents it in full in the Uthmani script, with a verse-by-verse translation of its meaning.

34 Ayahs Surah No. 31
Go to ayah
oromoo · Ababor
بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

تِلۡكَ ءَايَٰتُ ٱلۡكِتَٰبِ ٱلۡحَكِيمِ

Tun keeyyattoota kitaaba ogummaan guutameeti.

هُدٗى وَرَحۡمَةٗ لِّلۡمُحۡسِنِينَ

Isaan toltuu hojjataniif qajeelumaafi rahmata haala ta’een (buufame).

ٱلَّذِينَ يُقِيمُونَ ٱلصَّلَوٰةَ وَيُؤۡتُونَ ٱلزَّكَوٰةَ وَهُم بِٱلۡأٓخِرَةِ هُمۡ يُوقِنُونَ

Isaan warra salaata (haqaan) sagadaniifi zakaas kennataniidha. Isaan isaanumatu Aakhiraa dhugoomsa.

أُوْلَٰٓئِكَ عَلَىٰ هُدٗى مِّن رَّبِّهِمۡۖ وَأُوْلَٰٓئِكَ هُمُ ٱلۡمُفۡلِحُونَ

Isaan sun qajeeluma Gooftaa isaanii irraa ta’e irra jiru. Isaan sun isaanumatu milkaa’oodha.