31 : 23
وَمَن كَفَرَ فَلَا يَحۡزُنكَ كُفۡرُهُۥٓۚ إِلَيۡنَا مَرۡجِعُهُمۡ فَنُنَبِّئُهُم بِمَا عَمِلُوٓاْۚ إِنَّ ٱللَّهَ عَلِيمُۢ بِذَاتِ ٱلصُّدُورِ
Namni kafare kufriin isaa si hin yaachisin. Deebiin isaanii gara keenya; waan isaan dalagan isaanitti ni odeessina. Allaahn beekaa waan qoma keessaati.