Skip to content
لُقمَان /

Ayah 11

31 : 11

Ayah 11 of لُقمَان (31 : 11). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

لُقمَان Ayahs 34
Surah · لُقمَان
oromoo · Ababor
31 : 11

هَٰذَا خَلۡقُ ٱللَّهِ فَأَرُونِي مَاذَا خَلَقَ ٱلَّذِينَ مِن دُونِهِۦۚ بَلِ ٱلظَّٰلِمُونَ فِي ضَلَٰلٖ مُّبِينٖ

Kun uumaa Rabbiiti. Mee waan isaan Isaa gadii uuman na agarsiisaa. Dhugumatti miidhaa hojjattoonni jal’ina ifa galaa keessa jiru.