31 : 24
نُمَتِّعُهُمۡ قَلِيلٗا ثُمَّ نَضۡطَرُّهُمۡ إِلَىٰ عَذَابٍ غَلِيظٖ
Yeroo xiqqoof isaan ni qanansiifna. Sana booda gara azaaba guddaatti isaan dirqisiifna.