96 : 19
كَلَّا لَا تُطِعۡهُ وَٱسۡجُدۡۤ وَٱقۡتَرِب۩
Dhorgami! Isaan hin ajajamin, Sujuudis, gara Rabbiittis dhihaadhu.
Explanation & meanings · 1
- Asitti sujuuda qaraatii qur'aanaattu bu'ama. kun sujuuda xumuraati.
Ayah 19 of العَلَق (96 : 19). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.
كَلَّا لَا تُطِعۡهُ وَٱسۡجُدۡۤ وَٱقۡتَرِب۩
Dhorgami! Isaan hin ajajamin, Sujuudis, gara Rabbiittis dhihaadhu.