Skip to content
Surah List /

العَلَق

العَلَق is chapter 96 of the Quran and has 19 verses. This page presents it in full in the Uthmani script, with a verse-by-verse translation of its meaning.

19 Ayahs Surah No. 96
Go to ayah
oromoo · Ababor
بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

ٱقۡرَأۡ بِٱسۡمِ رَبِّكَ ٱلَّذِي خَلَقَ

Maqaa Gooftaa keetii Isa (waan hunda) uumeetiin dubbisi.

Explanation & meanings · 1
  1. Aayatoowwan tuni dura waan qur'aanarraa nabi muhammad s.a.w. irratti buufameeti.

خَلَقَ ٱلۡإِنسَٰنَ مِنۡ عَلَقٍ

(Isa) nama dhiiga ititaa irraa uume.

ٱقۡرَأۡ وَرَبُّكَ ٱلۡأَكۡرَمُ

Haala Gooftaan kee hunda irra arjaa ta’een qara'i.

ٱلَّذِي عَلَّمَ بِٱلۡقَلَمِ

Isa qalamaan (barreessuu) barsiise sani.

عَلَّمَ ٱلۡإِنسَٰنَ مَا لَمۡ يَعۡلَمۡ

Nama, waan inni hin beekne barsiise.