Skip to content
Almaa’idaa /

Ayah 105

5 : 105

Ayah 105 of Almaa’idaa (5 : 105). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

Almaa’idaa Ayahs 120
Surah · Almaa’idaa
oromoo · Ababor
5 : 105

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ عَلَيۡكُمۡ أَنفُسَكُمۡۖ لَا يَضُرُّكُم مَّن ضَلَّ إِذَا ٱهۡتَدَيۡتُمۡۚ إِلَى ٱللَّهِ مَرۡجِعُكُمۡ جَمِيعٗا فَيُنَبِّئُكُم بِمَا كُنتُمۡ تَعۡمَلُونَ

Yaa warra amantan! Lubbuu keessan (qabuun) isinirra haajiraatu, Yeroo isin qajeeltan namni jal’ate isin hin miidhu. Deebiin keessan hundaatuu gara Rabbiiti. Waan isin dalagaa turtan isinitti hima.