Skip to content
المَائدة /

Ayah 106

5 : 106

Ayah 106 of المَائدة (5 : 106). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

المَائدة Ayahs 120
5 : 106

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ شَهَٰدَةُ بَيۡنِكُمۡ إِذَا حَضَرَ أَحَدَكُمُ ٱلۡمَوۡتُ حِينَ ٱلۡوَصِيَّةِ ٱثۡنَانِ ذَوَا عَدۡلٖ مِّنكُمۡ أَوۡ ءَاخَرَانِ مِنۡ غَيۡرِكُمۡ إِنۡ أَنتُمۡ ضَرَبۡتُمۡ فِي ٱلۡأَرۡضِ فَأَصَٰبَتۡكُم مُّصِيبَةُ ٱلۡمَوۡتِۚ تَحۡبِسُونَهُمَا مِنۢ بَعۡدِ ٱلصَّلَوٰةِ فَيُقۡسِمَانِ بِٱللَّهِ إِنِ ٱرۡتَبۡتُمۡ لَا نَشۡتَرِي بِهِۦ ثَمَنٗا وَلَوۡ كَانَ ذَا قُرۡبَىٰ وَلَا نَكۡتُمُ شَهَٰدَةَ ٱللَّهِ إِنَّآ إِذٗا لَّمِنَ ٱلۡأٓثِمِينَ

Yaa warra amantan! Yeroo tokkoo keessanitti duuti dhufe ogga dhaamsaa jidduu keessanitti ragaan (isin irratti dirqama). nama haqaa lama kan isin irraa ta’e, yookin nama lama kan isiniin alaa irraa tahe, yoo isin dachii keessa deemtanii balaan du’aa isin mudate (ragaan isin irratti dirqama). Yoo shakkitan booda salaataatii isaan lamaan dhaabdanii Rabbiin kakatu "odoma fira dhihoo ta’eeyyuu isaan (ragaa keenyaan) maallaqa hin jijjiirrannu; ragaa Rabbiis hin dhoksinu; nuti yeroo sana warra dilaawaa irraayyi" jedhanii .