Skip to content
آل عِمران /

Ayah 36

3 : 36

Ayah 36 of آل عِمران (3 : 36). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

آل عِمران Ayahs 200
3 : 36

فَلَمَّا وَضَعَتۡهَا قَالَتۡ رَبِّ إِنِّي وَضَعۡتُهَآ أُنثَىٰ وَٱللَّهُ أَعۡلَمُ بِمَا وَضَعَتۡ وَلَيۡسَ ٱلذَّكَرُ كَٱلۡأُنثَىٰۖ وَإِنِّي سَمَّيۡتُهَا مَرۡيَمَ وَإِنِّيٓ أُعِيذُهَا بِكَ وَذُرِّيَّتَهَا مِنَ ٱلشَّيۡطَٰنِ ٱلرَّجِيمِ

Yeroma ishee deesses “Gooftaa kiyya! ani dubran daye" jette. Rabbiin irra beekaa waan isheen deesseeti. “Dhiirri akka durbaa hin taane. Ani Maryam ishee moggaaseera. Ani sheyxaana abaaramaa irraa isheefi sanyii ishees siinan tiksa” [jette].