Skip to content
آل عِمران /

Ayah 35

3 : 35

Ayah 35 of آل عِمران (3 : 35). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

آل عِمران Ayahs 200
3 : 35

إِذۡ قَالَتِ ٱمۡرَأَتُ عِمۡرَٰنَ رَبِّ إِنِّي نَذَرۡتُ لَكَ مَا فِي بَطۡنِي مُحَرَّرٗا فَتَقَبَّلۡ مِنِّيٓۖ إِنَّكَ أَنتَ ٱلسَّمِيعُ ٱلۡعَلِيمُ

Yeroo niitiin Imraan jette “Gooftaa kiyya! ani waan garaa kiyya keessa jiru (ulfa) bilisa godhee siif nazareeraa narraa qeebali Dhugumatti Ati simatu dhagayaa, beekaadha.” [yaadadhu].