2 : 45
وَٱسۡتَعِينُواْ بِٱلصَّبۡرِ وَٱلصَّلَوٰةِۚ وَإِنَّهَا لَكَبِيرَةٌ إِلَّا عَلَى ٱلۡخَٰشِعِينَ
Obsaafi salaataan gargaarsa barbaadaa. Dhugumatti, isheen warra [Rabbiin] sodaatan irratti malee ulfaattuudha.