Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 115

2 : 115
البَقَرَة Ayahs 286
2 : 115

وَلِلَّهِ ٱلۡمَشۡرِقُ وَٱلۡمَغۡرِبُۚ فَأَيۡنَمَا تُوَلُّواْ فَثَمَّ وَجۡهُ ٱللَّهِۚ إِنَّ ٱللَّهَ وَٰسِعٌ عَلِيمٞ

Bahaafi Dhiitis kanuma Rabbiiti, Kanaafuu gara feetan yoo gara galtan Fuulli Rabbii achuma jira, Dhugumatti Rabbiin (rahmanni Isaa) bal’aadha; hunda beekaadha.