Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 116

2 : 116

Ayah 116 of البَقَرَة (2 : 116). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

البَقَرَة Ayahs 286
2 : 116

وَقَالُواْ ٱتَّخَذَ ٱللَّهُ وَلَدٗاۗ سُبۡحَٰنَهُۥۖ بَل لَّهُۥ مَا فِي ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِۖ كُلّٞ لَّهُۥ قَٰنِتُونَ

"Raabbiin ilma godhate" jedhan, Inni (waan isaan jedhanirraa) ququllaa'e, Dhugaatti wanti samiileefi dachii keessa jiru (hundi) kan Isaati. Hunduu isaaf ajajamoodha.