Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 114

2 : 114

Ayah 114 of البَقَرَة (2 : 114). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

البَقَرَة Ayahs 286
2 : 114

وَمَنۡ أَظۡلَمُ مِمَّن مَّنَعَ مَسَٰجِدَ ٱللَّهِ أَن يُذۡكَرَ فِيهَا ٱسۡمُهُۥ وَسَعَىٰ فِي خَرَابِهَآۚ أُوْلَٰٓئِكَ مَا كَانَ لَهُمۡ أَن يَدۡخُلُوهَآ إِلَّا خَآئِفِينَۚ لَهُمۡ فِي ٱلدُّنۡيَا خِزۡيٞ وَلَهُمۡ فِي ٱلۡأٓخِرَةِ عَذَابٌ عَظِيمٞ

Nama masjiidota Rabbii akka ihsee keessatti maqaan Rabbii hin faarfamne dhorgeefi onsuu isiitiif carraaqe caalaa namni miidhaa hojjate eenyu? Warri sun haala sodatoo tahaniin malee isii (masjiidota Rabbii) seenuun isaaniif hin ta’hu. Isaaniif addunyaa keessatti salphinatu jira. Ammas isaaniif Aakhiratti azaaba guddaa ta’etu jira.